Daaniʼel 11:37 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo37 Inni waaqayyolii abboonni isaa waaqeffatan, Waaqayyo tolfamaa isa dubartoonni jaallatanis yaadatti hin fudhatu; inni hunduma isaanii gara irraatti waan of gurguddisuuf, tokko isaanii waaqayyummaatti hin fudhatu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa37 Inni waaqota abbootii isaatiif yookaan kan dubartoonni isa jaallataniif yookaan Waaqa kamiif iyyuu ulfina hin kennu; garuu hunda isaanii caalaa ol ol of qaba. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ37 እን ዋቆተ አቦቲሳቲፍ ዮካን ከን ዱበርቶትን እሰ ጃለተኒፍ ዮካን ዋቀ ከሚፍዩ ኡልፍነ ህንኬኑ፤ ገሩ ሁንደሳኒ ጫላ ኦል ኦል ኦፍ ቀበ። See the chapter |