Daaniʼel 11:34 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo34 Isaan kufaatii isaanii keessatti xinnoo yaadaan in gargaaramu; garuu namoonni baay'een afaaniif isaanitti in dabalamu; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa34 Isaan yeroo dhumuu gaʼanitti gargaarsa xinnaa argatu; fakkeessitoonni hedduunis isaan deeggaru. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ34 እሳን ዬሮ ዹሙ ገአንት ገርጋርሰ ጥና አርገቱ፤ ፈኬስቶትን ሄዱንስ እሳን ዴገሩ። See the chapter |