Daaniʼel 11:33 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo33 Ogeessonni saba keessatti argaman namoota baay'ee in hubachiisu; haa ta'u iyyuu malee, guyyaa muraasaaf billaadhaan, arraba ibiddaatiin, booji'amuudhaan, saamamuudhaanis gad in qabamu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa33 “Ogeeyyiin yoo yeroodhaaf goraadeedhaan dhuman illee yookaan gubaman illee yookaan boojiʼaman illee yookaan saamaman illee namoota hedduu ni barsiisu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ33 “ኦጌዪን ዮ ዬሮዻፍ ጎራዴዻን ዹመንሌ ዮካን ጉበመንሌ ዮካን ቦጅአመንሌ ዮካን ሳመመንሌ ነሞተ ሄዱ ንበርሲሱ። See the chapter |