Daaniʼel 11:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Kana booddees mootiin jabaan lola jaallatu tokko in ka'a, mootummaa guddaa irratti in mo'a, waanuma jaallates in hojjeta*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Ergasii mootiin jabaan tokko ni kaʼa; innis humna guddaadhaan ni bulcha; waan fedhes ni hojjeta. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ኤርገሲ ሞቲን ጀባን ቶኮ ንከአ፤ እንስ ሁምነ ጉዳዻን ንቡልቸ፤ ዋን ፌዼስ ንሆጄተ። See the chapter |