Daaniʼel 11:29 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo29 <<Mootichi yeroo ofii isaatii muretti deebi'ee biyya gara mirgaa sanatti in dhufa; alana garuu akka isa yeroo duraa hin ta'uuf. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa29 “Yeroo murteeffamettis deebiʼee Kibba weerara; yeroo kanatti garuu haalli isaa kan duraa sanaan adda taʼa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ29 “ዬሮ ሙርቴፈሜትስ ዴብኤ ክበ ዌረረ፤ ዬሮ ከነት ገሩ ሃልሳ ከን ዱራ ሰናን አደ ተአ። See the chapter |