Daaniʼel 11:27 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Mootonni lamaan garaa isaaniitti hamaa in yaadu, wal bira taa'anii soba walitti in dubbatu; dhumni waan tokkoo yeroo muramaa waan qabuuf, isaan kana keessaa bu'aa hin argatan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 Mootonni garaan isaanii hammina yaadu lamaan minjaala tokkotti naannaʼanii tataaʼanii wal sobu; garuu sababii barri dhumaa yeroo murteeffametti dhufuuf wanni kun isaaniif hin milkaaʼu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 ሞቶትን ገራንሳኒ ሀምነ ያዱ ለማን ምንጃለ ቶኮት ናነአኒ ተታአኒ ወል ሶቡ፤ ገሩ ሰበቢ በር ዹማ ዬሮ ሙርቴፈሜት ዹፉፍ ወን ኩን እሳኒፍ ህንምልካኡ። See the chapter |