Daaniʼel 11:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 <<Yeroo sanatti namoonni baay'een mootii biyya gara mirgaa irratti in ka'u; namoota kee keessaa iyyuu warri humnaan nama irratti ka'an wanta mul'ataan himame dhugaa gochuudhaaf in ka'u, garuu in kufu. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 “Yeroo sanatti namoonni baayʼeen mootii Kibbaatti ni kaʼu. Mulʼata sana raawwachuuf uummata kee keessaa finciltoonni ni kaʼu; garuu ni kufu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 “ዬሮ ሰነት ነሞትን ባይኤን ሞቲ ክባት ንከኡ። ሙልአተ ሰነ ራወቹፍ ኡመተኬ ኬሳ ፍንጭልቶትን ንከኡ፤ ገሩ ንኩፉ። See the chapter |