Daaniʼel 11:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Ammas mootiin biyya gara bitaa, loltoota warra duraa caalaa baay'atan in qopheessa; waggaa muraasa booddees humna lolaa guddaa, mi'a lolaa baay'ees fudhatee in dhufa. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Mootiin kaabaa humna waraanaa kan isa duraa sana caalaa guddaa walitti qabataatii; waggoota baayʼee booddees humna waraanaa guddaa kan guutummaatti hidhate qabatee ni dhufa. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ሞቲን ካባ ሁምነ ወራና ከን እሰ ዱራ ሰነ ጫላ ጉዳ ወልት ቀበታቲ፤ ወጎተ ባይኤ ቦዴስ ሁምነ ወራና ጉዳ ከን ጉቱማት ህዸቴ ቀበቴ ንዹፈ። See the chapter |