Daaniʼel 11:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Kana irratti mootiin biyya gara mirgaa aaree boba'ee, mootii biyya gara bitaa sana loluudhaaf in ba'a; mootichi biyya gara bitaas loltoota isaa warra sonaan baay'ee isatti in kaasa; garuu loltuun baay'een sun harka warra loluu dhaqaniitti in kennamu. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 “Ergasiis mootiin Kibbaa aariidhaan duulee mootii Kaabaa kan loltoota hedduu walitti qabate sana ni waraana; loltoonni hedduun sun garuu ni moʼamu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 “ኤርገሲስ ሞቲን ክባ ኣሪዻን ዱሌ ሞቲ ካባ ከን ሎልቶተ ሄዱ ወልት ቀበቴ ሰነ ንወራነ፤ ሎልቶትን ሄዱን ሱን ገሩ ንሞአሙ። See the chapter |