Daaniʼel 11:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Inni anatti dubbachaa ture sun itti dabalee,<<Daariyos namni Medoon mo'ee waggaa tokkoffaa isaa keessa, ani ergamaa isa guddaa sanaaf gaachana ta'ee, jabaadhee isa bira dhaabadheen ture. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Anis bara Daariyoos namicha Meedon keessaa waggaa tokkoffaatti isa jajjabeessuu fi eeguuf isa bira dhaabadheen ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 አንስ በረ ዳርዮስ ነምቸ ሜዶን ኬሳ ወጋ ቶኮፋት እሰ ጀጀቤሱፊ ኤጉፍ እሰ ብረ ዻበዼን ቱሬ። See the chapter |