Daaniʼel 10:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Yommus sagalee dubbii isaa nan dhaga'e; yeroon sagalee dubbii isaa dhaga'es ani hojjaa kootiin kufee, adda kootiin gad gombifamee, akka nama rafee of wallaalee nan ta'e*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Kana irratti ani utuu inni dubbatuu nan dhagaʼe; ani akkuman isa dhagaʼeen adda kootiin lafatti gombifamee hirribni cimaan na qabe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ከነረት አን ኡቱ እን ዱበቱ ነንዸገኤ፤ አን አኩመን እሰ ዸገኤን አደኮቲን ለፈት ጎምብፈሜ ህርብን ጭማን ነ ቀቤ። See the chapter |