Daaniʼel 10:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Inni dhagni isaa akka dhagaa gati-jabeessa bifa margaa, fuulli isaa akka balaqqeessa bakakkaa, iji isaa akka guca boba'uu, harki isaa fi miilli isaa akka sibiila diimaa kolla'amee in ibsa; sagaleen dubbii isaas akka tuuta huursuu ti. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Nafni isaa akka biiralee, fuulli isaa akka balaqqee, iji isaa akka guca bobaʼuu, irree fi miilli isaa akka naasii dibamee cululuqee, sagaleen isaa immoo akka sagalee namoota baayʼee ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ነፍንሳ አከ ቢረሌ፣ ፉልሳ አከ በለቄ፣ እጅሳ አከ ጉጨ ቦበኡ፣ እሬፊ ሚልሳ አከ ናሲ ድበሜ ጩሉሉቄ፣ ሰገሌንሳሞ አከ ሰገሌ ነሞተ ባይኤ ቱሬ። See the chapter |