Daaniʼel 10:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Inni immoo,<<Maaliif gara kee akkan dhufe ati beektaa>> Amma illee ergamaa guddaa isa biyya Faaresiif dhaabatu sanaa wajjin wal loluudhaaf achi nan deebi'a; isaa wajjin ergan fixee booddee immoo, ergamaan guddaan biyya Griikiif dhaabatu dhufuuf jira. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Kana irratti inni akkana naan jedhe; “Ati waan ani gara kee dhufeef beektaa? Ani ergamaa guddicha mootummaa Faares loluuf nan deebiʼa; yeroo ani deemutti immoo ergamaan guddichi mootummaa Giriik ni dhufa; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ከነረት እን አከነ ናን ጄዼ፤ “አት ዋን አን ገረኬ ዹፌፍ ቤክታ? አን ኤርገማ ጉድቸ ሞቱማ ፋሬስ ሎሉፍ ነንዴብአ፤ ዬሮ አን ዴሙትሞ ኤርገማን ጉድች ሞቱማ ግሪክ ንዹፈ፤ See the chapter |