Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 10:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

19 <<Yaa nama guddaa jaallatamaa, hin sodaatin, nagaan siif haa ta'u! Jabaadhuu, humna argadhu!>> jedhe; yeroo inni anatti dubbatettis, ani nan jabaadhe; kanaaf ani,<<Ati na jabeessiteetta, yaa gooftaa ko, dubbadhu!>> nan jedheen*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

19 Innis, “Yaa namicha akka malee jaallatamte, hin sodaatin; nagaan siif haa taʼu! Amma jabaadhu; jajjabaadhus” naan jedhe. Yeroo inni natti dubbatetti ani nan jajjabaadhee, “Yaa Gooftaa ko, ati waan na jajjabeessiteef dubbadhu” isaan jedhe.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

19 እንስ፣ “ያ ነምቸ አከ መሌ ጃለተምቴ፣ ህንሶዳትን፤ ነጋን ሲፍ ሃተኡ! አመ ጀባዹ፤ ጀጀባዹስ” ናን ጄዼ። ዬሮ እን ነት ዱበቴት አን ነንጀጀባዼ፣ “ያ ጎፍታኮ፣ አት ዋን ነ ጀጀቤስቴፍ ዱበዹ” እሳን ጄዼ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 10:19

Follow us:

Advertisements


Advertisements