Daaniʼel 10:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 amma humni tokko illee ana keessatti hin hafne, hafuurris na keessaa yaa'ee dhumeera; egaa attamitti garbichi gooftaa koo, gooftaa koo wajjin dubbachuu danda'a ree?>> nan jedhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Yaa gooftaa ko, ani garbichi kee akkamittan si wajjin haasaʼuu dandaʼa? Humni koo dhumeera; ani hafuura baafachuu illee dadhabeera.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ያ ጎፍታኮ፣ አን ገርብችኬ አከምተን ስ ወጅን ሃሰኡ ደንደአ? ሁምንኮ ዹሜረ፤ አን ሀፉረ ባፈቹሌ ደዸቤረ።” See the chapter |