Daaniʼel 10:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Kunoos harki tokko ol na qabee, ani hollachaa harkaan lafa qabadhee jilba kootiin akkan jilbeenfadhu godhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Ergasii garuu harki tokko na qabee utuu ani holladhuu harkaa fi jilba kootiin na dhaabe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ኤርገሲ ገሩ ሀርክ ቶኮ ነ ቀቤ ኡቱ አን ሆለዹ ሀርካፊ ጅልበኮቲን ነ ዻቤ። See the chapter |