Daaniʼel 1:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Daani'el garuu nyaata mootichi nyaatuu fi dhugaatii inni dhugu soorachuudhaan akka of hin xureessineef garaa murate; kanaaf of xureessuu kana keessaa ooluudhaaf angaficha warra hojjetootaa sana in kadhate*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Daaniʼel garuu nyaataa fi daadhii wayinii mootichaatiin of xureessuu dide; innis akkasiin akka of hin xureessineef itti gaafatamaa qondaaltotaa sana eeyyama gaafate. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ዳንኤል ገሩ ኛታፊ ዳዺ ወይኒ ሞትቻቲን ኦፍ ጡሬሱ ድዴ፤ እንስ አከሲን አከ ኦፍ ህንጡሬስኔፍ እት ጋፈተማ ቆንዳልቶታ ሰነ ኤየመ ጋፈቴ። See the chapter |