Daaniʼel 1:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Isaan gidduutti warra Yihudaa keessaa kan argaman Daani'el, Hanaaniyaa, Miishaa'elii fi Azaariyaa turan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Isaan kanneen keessaa warri Yihuudaadhaa dhufan Daaniʼel, Hanaaniyaa, Miishaaʼeelii fi Azaariyaa turan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 እሳን ከኔን ኬሳ ወር ይሁዳዻ ዹፈን ዳንኤል፣ ሀናንያ፣ ሚሻኤሊፊ አዛርያ ቱረን። See the chapter |