Daaniʼel 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Mootichi nyaata ofii nyaatu irraa daadhii waynii ofii dhugu irraa wanta isaan guyyaa guyyaatti argatan in mureef; isaan kun waggaa sadiif barsiisa kanaan erga guddifamanii booddee, fuula mootichaa duratti dhi'aatanii hojii irra dhaabamuuf turan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Mootichis nyaataa fi daadhii wayinii kan guyyaa guyyaatti isaan barbaachisu maaddii mootummaa irraa isaaniif ajaje. Isaanis tajaajila mootichaa seenuuf waggaa sadii leenjifamuu qabu ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ሞትችስ ኛታፊ ዳዺ ወይኒ ከን ጉያ ጉያት እሳን በርባችሱ ማዲ ሞቱማራ እሳኒፍ አጀጄ። እሳንስ ተጃጅለ ሞትቻ ሴኑፍ ወጋ ሰዲ ሌንጅፈሙ ቀቡ ቱሬ። See the chapter |