Daaniʼel 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 dargaggoonni dhi'eeffaman kun warra mudaa hin qabne, ija namaatti miidhagan, ogummaa hundumaa qalbifatan, beekumsa qaban, barumsaa fi mataa qaban, mana mootii keessa hojjechuuf warra malan ta'uun isaan irra jira; isaan caaffataa fi afaan warra Kaldootaa barsiifamuuf turan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 isaanis dargaggeeyyii hirʼina dhagnaa hin qabne, babbareedoo, kanneen barumsa gosa kamii iyyuu barachuuf dandeettii ogummaa qaban, kanneen beekumsaan badhaadhan, kanneen waan hunda hubachuu dandaʼanii fi masaraa mootummaa keessa tajaajiluuf gaʼumsa qaban turan. Innis afaanii fi katabbii Baabilonotaa isaan barsiisuu qaba ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 እሳንስ ደርገጌዪ ህርእነ ዸግና ህንቀብኔ፣ በበሬዶ፣ ከኔን በሩምሰ ጎሰ ከሚዩ በረቹፍ ደንዴቲ ኦጉማ ቀበን፣ ከኔን ቤኩምሳን በዻዸን፣ ከኔን ዋን ሁንደ ሁበቹ ደንደአኒፊ መሰራ ሞቱማ ኬሰ ተጃጅሉፍ ገኡምሰ ቀበን ቱረን። እንስ አፋኒፊ ከተቢ ባብሎኖታ እሳን በርሲሱ ቀበ ቱሬ። See the chapter |