Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 1:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

17 Waaqayyo yommus dargaggoota arfan kanaaf beekumsa caaffatootaa fi ogummaa hundumaa fi hubannaa isaaniif kenne; Daani'el immoo mul'ataa fi abjuu hiikuuf kennaa in argate*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

17 Waaqnis dargaggoota afran kanneeniif barumsaa fi ogummaa hunda keessatti beekumsaa fi dandeetii kenneef. Daaniʼelis mulʼataa fi abjuu hunda hubachuu dandaʼa ture.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

17 ዋቅንስ ደርገጎተ አፍረን ከኔኒፍ በሩምሳፊ ኦጉማ ሁንደ ኬሰት ቤኩምሳፊ ደንዴቲ ኬኔፍ። ዳንኤልስ ሙልአታፊ አብጁ ሁንደ ሁበቹ ደንደአ ቱሬ።

See the chapter Copy




Daaniʼel 1:17

Follow us:

Advertisements


Advertisements