Asteer 2:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Abboommiinii fi labsiin mootichaa yommuu dhaga'ame, durboota baay'ee, Asteerinis gara mana mootummaa isa mandara Susaan keessa jiruutti geessanii, eegumsa akka inni isaaniif godhuuf Hegaayi isa dubartoota eegutti in kennan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Yeroo ajajnii fi labsiin mootichaa dhagaʼametti dubarran hedduun gara Suusaa magaalaa gudditiitti fidamanii harka Hegeetti kennaman. Asteeris gara masaraa mootichaatti geeffamtee Heegaayi itti gaafatamaa dubartootaa sanatti imaanaa kennamte. See the chapterįį³į įįįįᣠįį« į įį« įį«8 į¬į® į įį įį įį„į²į įįµį» įøįį įįµ į±į įØį įį±į įᨠį±į³ įįį įįµį²įµ įį°įį įįᨠįįįµ į¬įįįᢠį įµį“įįµ įᨠįį°į« įįµį»įµ įįįį“ įįį į„įµ įįį°į į±į įį¶į³ į°įįµ į„įį į¬įįį“ᢠSee the chapter |