Asteer 2:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Mordekaayi, intala wasiila isaatii<<Haadasaa>> kan jedhamtu ishee<<Asteer>> jedhamtee beekamte sababii abbaan ishee fi haati ishee irraa du'aniif ofitti fuudhee akka dhala isaatiitti ishee in guddise; isheen durba dhaaba toltu, ija namaattis kan miidhagdu turte*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Mordekaayis, durbii Hadasaa jedhamtu kan sababii isheen abbaa fi haadha hin qabneef ofitti fudhate tokko qaba ture. Durbi Asteer jedhamtee beekamtu kun dhaabaa fi bifaan jaallatamtuu turte; yeroo abbaa fi haati ishee duʼanitti Mordekaayi ofitti fudhatee akkuma intala ofii isaatti guddifate. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ሞርዴካይ፣ ዱርቢ ሀደሳ ጄዸምቱ ከን ሰበቢ እሼን አባፊ ሃዸ ህንቀብኔፍ ኦፍት ፉዸቴ ቶኮ ቀበ ቱሬ። ዱርብ አስቴር ጄዸምቴ ቤከምቱ ኩን ዻባፊ ብፋን ጃለተምቱ ቱርቴ፤ ዬሮ አባፊ ሃትሼ ዱአንት መርዶክዮስ ኦፍት ፉዸቴ አኩመ እንተለ ኦፊሳት ጉድፈቴ። See the chapter |