Asteer 2:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Namni kun namoota warra Yikonyaa mootii Yihudaa wajjin, Nebukadnezaar mootii Baabiloniin Yerusaalemii booji'amanii fudhataman keessaa tokko ture*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 innis warra Yehooyaakiin mooticha Yihuudaa wajjin Yerusaalemii Nebukadnezar mooticha Baabiloniin boojiʼamanii fudhataman keessaa tokko ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 እንስ ወረ ዬሆያኪን ሞትቸ ይሁዳ ወጅን ዬሩሳሌሚ ኔቡከድኔዘር ሞትቸ ባብሎኒን ቦጅአመኒ ፉዸተመን ኬሳ ቶኮ ቱሬ። See the chapter |