Asteer 2:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Durboota kana keessaa mootichatti kan toltu iddoo Waashtii mootuu haa taatu!>> jedhan; gorsi kun mooticha waan gammachiiseef, inni akkuma gorfametti in raawwate. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Ergasiis durbi mooticha gammachiiftu iddoo Waashtiin buutee niitii mootii haa taatu.” Gorsi kunis mooticha ni gammachiise; innis akkuma jedhame sana godhe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ኤርገሲስ ዱርብ ሞትቸ ገመቺፍቱ እዶ ዋሽቲን ቡቴ ኒቲ ሞቲ ሃታቱ።” ጎርስ ኩንስ ሞትቸ ንገመቺሴ፤ እንስ አኩመ ጄዸሜ ሰነ ጎዼ። See the chapter |