Online Bible

- Advertisements -




Asteer 2:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Yaa mootii, hojjetoota kee keessaa namoota durboota mimmiidhagoo ilaalanii mana mootummaa mandara Susaan keessaatti, mana dubartootaatti walitti qaban guutummaa kutaa biyya mootummaa keetiitti fo'i! Durboonni kunis Hegaayi xu'aashicha isa dubartoota eegutti haa kennaman! Dibanni miidhagummaa isaaniitiif barbaachisus haa kennamuuf!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda DhiΚΌaa

3 Akka isaan kutaalee biyyaa mootichaa hunda keessaa dubarran babbareedoo hunda gara Suusaa magaalaa guddoo iddoo dubartoonni jiraatanitti fidaniif mootichi itti gaafatamtoota haa muudu; isaanis Heegaayi xuΚΌaashii mootichaa itti gaafatamaa dubartoota sana jalatti haa ajajaman; dubarran sanaafis kunuunsi miidhaginaa haa godhamu.

See the chapter Copy

αŠ­α‰³α‰  α‰αˆα‰αˆ‰α£ αˆ‚αŠ« αŠ αˆ˜α‹« αˆƒαˆ«

3 አከ αŠ₯αˆ³αŠ• αŠ©α‰³αˆŒ α‰₯α‹« αˆžα‰΅α‰» αˆαŠ•α‹° ኬሳ α‹±α‰ αˆ¨αŠ• α‰ α‰ αˆ¬α‹Ά αˆαŠ•α‹° ገረ ሱሳ αˆ˜αŒ‹αˆ‹ αŒ‰α‹Ά αŠ₯α‹Ά α‹±α‰ αˆ­α‰Άα‰΅αŠ• αŒ…αˆ«α‰°αŠ•α‰΅ αα‹°αŠ’α αˆžα‰΅α‰½ αŠ₯ቡ αŒ‹αˆα‰°αˆα‰Άα‰° αˆƒαˆ™α‹±α€ αŠ₯αˆ³αŠ•αˆ΅ αˆ„αŒ‹α‹­ ጑ኣሺ αˆžα‰΅α‰» αŠ₯ቡ αŒ‹αˆα‰°αˆ› α‹±α‰ αˆ­α‰Άα‰° ሰነ αŒ€αˆˆα‰΅ αˆƒαŠ αŒ€αŒ€αˆ˜αŠ•α€ α‹±α‰ αˆ¨αŠ• αˆ°αŠ“ααˆ΅ αŠ©αŠ‘αŠ•αˆ΅ αˆšα‹ΈαŒαŠ“ αˆƒαŒŽα‹Έαˆ™α’

See the chapter Copy




Asteer 2:3

Follow us:

Advertisements


Advertisements