Asteer 2:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Dubbichi qoratamee dhugaa ta'uun isaa bira ga'amnaan jarri lachanuu mukatti in rarraafaman; kunis macaafa seenaan guyyaa guyyaa itti caafamu isa kan mootichaa keessatti caafameera*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Yeroo wanni sun qoratamee dhugaa taʼee argametti qondaaltonni sun lamaanuu muka irratti fannifaman. Wanni kun hundinuu fuula mootichaa duratti kitaaba seenaa keessatti barreeffame. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 ዬሮ ወን ሱን ቆረተሜ ዹጋ ተኤ አርገሜት ቆንዳልቶትን ሱን ለማኑ ሙከረት ፈንፈመን። ወን ኩን ሁንድኑ ፉለ ሞትቻ ዱረት ክታበ ሴና ኬሰት በሬፈሜ። See the chapter |