Asteer 2:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Bara Mordekaayi yaa'ii mana mootichaa keessatti iddoo kennameef sana irra turetti, xu'aashota balbala mootichaa eegan keessaa lama Biigtaanii fi Teresh aaranii, Ahashweros mooticha ajjeesuudhaaf in koratan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Yeroo Mordekaayi karra mootichaa dura taaʼaa turetti qondaaltonni mootichaa warri balbala eegaa turan lamaan jechuunis Bigtaanaa fi Tereshi aaranii Ahashweroos Mooticha ajeessuuf malatan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ዬሮ ሞርዴካይ ከረ ሞትቻ ዱረ ታኣ ቱሬት ቆንዳልቶትን ሞትቻ ወር በልበለ ኤጋ ቱረን ለማን ጄቹንስ ብግታናፊ ቴሬሽ ኣረኒ አሀሽዌሮስ ሞትቸ አጄሱፍ መለተን። See the chapter |