Asteer 2:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Asteer akkuma yeroo Mordekaayi ishee guddisee isaaf abboomamaa turte, ammuma iyyuu yaada isaa duukaa bu'aa jirti; eessaa akka dhufte akka isheen hin mul'ifneef ishee dhowwe waan tureef, isheenis hamma har'aatti iyyuu qomoo ishee fi sanyii ishee hin mul'ifne. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Asteer garuu akkuma Mordekaayi ishee gorse sanatti maalummaa maatii isheetii fi saba ishee hin himne; Asteer akkuma yeroo inni ishee guddise sanaatti ajaja Mordekaayi eegaa turteetii. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 አስቴር ገሩ አኩመ ሞርዴካይ እሼ ጎርሴ ሰነት ማሉማ ማቲሼቲፊ ሰበሼ ህንህምኔ፤ አስቴር አኩመ ዬሮ እን እሼ ጉድሴ ሰናት አጀጀ መርዶክዮስ ኤጋ ቱርቴቲ። See the chapter |