Asteer 2:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Yommus mootichi waa'ee Asteeriif jedhee, gurguddoota biyyaa isaa fi hojjetoota isaa hundumaaf nyaachisa guddaa in godhe; guutummaa kutaa biyya isaatii keessattis maarama labsee, akka arjummaa isaatiittis namootaaf kennaa in kenne. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda DhiΚΌaa18 Ergasiis mootichi ulfina Asteeriitiif jedhee qondaaltota isaatii fi tajaajiltoota isaatiif cidha guddaa qopheesse. Innis ayyaana kana guutummaa kutaalee biyyaa keessatti labse; akkuma arjooma mootiitti kennaas kenne. See the chapterαα³α ααααα£ αα« α αα« αα«18 α€ααα²α΅ αα΅α½ α‘ααα α α΅α΄αͺα²α ααΌ ααα³ααΆα°α³α²α α°αα ααΆα°α³α²α ααΈ αα³ αα΄α΄α’ α₯αα΅ α α«α α¨α αα±α α©α³α α₯α« α¬α°α΅ αα₯α΄α€ α α©α α ααα αα²α΅ α¬αα΅ αα¬αα’ See the chapter |