Asteer 2:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Yeroon kennameef kun erga raawwatee, isheen darabee isheetiin fuula mootichaatti dhi'aattu, mana dubartootaa keessaa waanuma barbaaddu fudhattee gara mana mootichaa dhaquu in dandeessi. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Haalli itti durbi tokko mooticha bira dhaqxu akkana ture: Wanni isheen mana dubartootaatii fudhattee gara masaraa mootichaa dhaquu feetu kam iyyuu ni kennamaaf ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ሃል እት ዱርብ ቶኮ ሞትቸ ብረ ዸቅጡ አከነ ቱሬ፦ ወን እሼን መነ ዱበርቶታቲ ፉዸቴ ገረ መሰራ ሞትቻ ዸቁ ፌቱ ከምዩ ንኬነማፍ ቱሬ። See the chapter |