Asteer 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Waashtiin mootittiinis immoo mana mootummaa Ahashweros mootichaa keessatti dubartootaaf nyaachisa in goote. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Waashtiin Mootittiinis masaraa mootummaa Ahashweroos Mootichaa keessatti dubartootaaf cidha qopheessite. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ዋሽቲን ሞትቲንስ መሰራ ሞቱማ አሀሽዌሮስ ሞትቻ ኬሰት ዱበርቶታፍ ጭዸ ቆጴስቴ። See the chapter |