Asteer 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Mootichi arjaa dha, daadhii wayniis hamma ga'utti qaba waan tureef, waancaa warqee bifa garaa garaa qabutti namootaaf in kennisiise; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Dhugaatiinis xoofoo warqeetiin namaaf dhiʼeeffame. Tokkoon tokkoon xoofoo sanaas gosa adda addaa ture; daadhiin wayiniis akkuma arjummaa mootichaatti akka malee baayʼee ture. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ዹጋቲንስ ጦፎ ወርቄቲን ነማፍ ዽኤፈሜ። ቶኮን ቶኮን ጦፎ ሰናስ ጎሰ አደ አዳ ቱሬ፤ ዳዺን ወይኒስ አኩመ አርጁማ ሞትቻት አከ መሌ ባይኤ ቱሬ። See the chapter |