Asteer 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Guyyoonni sun erga darbanii booddee mootichi iddoo dhaabaa mana mootummaa mandara Susaan keessatti,<<Xinnaa dha, guddaa dha>> utuu hin jedhin namoota mandara sana keessa jiraatan hundumaaf guyyaa torba nyaachisa in godhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Yeroo guyyoonni kunneen darbanitti mootichi saba gamoo Suusaa keessa jiraatu xinnaa fi guddaa hundaaf oobdii iddoo biqiltuu masaraa mootii keessatti cidha guyyaa torba turu qopheesse. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ዬሮ ጉዮትን ኩኔን ደርበንት ሞትች ሰበ ገሞ ሱሳ ኬሰ ጅራቱ ጥናፊ ጉዳ ሁንዳፍ ኦብዲ እዶ ብቅልቱ መሰራ ሞቲ ኬሰት ጭዸ ጉያ ቶርበ ቱሩ ቆጴሴ። See the chapter |