Online Bible

- Advertisements -




Asteer 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Inni guyyaa dhibbaa fi saddeettama guutuu, badhaadhummaa mootummaa isaa isa ulfina-qabeessaa fi ulfina mootummaa isaa isa surra-qabeessa in argisiise.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Innis bultii 180 guutuu qabeenya mootummaa isaa guddaa, miidhagummaa fi ulfina jabina isaa gad baasee argisiisaa ture.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 እንስ ቡልቲ 180 ጉቱ ቀቤኘ ሞቱማሳ ጉዳ፣ ሚዸጉማፊ ኡልፍነ ጀብነሳ ገድ ባሴ አገርሲሳ ቱሬ።

See the chapter Copy




Asteer 1:4

Follow us:

Advertisements


Advertisements