Asteer 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Mo'ee waggaa sadaffaa isaatti gurguddoota isaa fi hojjetoota isaa hundumaaf nyaachisa in godhe; nyaachisa kana irratti geggeessitoonni loltoota Faaresii fi Medoon akkasumas gurguddoonnii fi angafoonni kutaawwan biyyaa argamaniiru. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 innis bara mootummaa isaa keessaa waggaa sadaffaatti namoota isaa bebeekamoo fi qondaaltota isaa hundumaaf cidha guddaa tokko qopheesse. Hooggantoonni waraana Faaresii fi Meedee, ilmaan moototaa fi namoonni bebeekamoon kutaa biyyaa achi turan. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 እንስ በረ ሞቱማሳ ኬሳ ወጋ ሰደፋት ነሞተሳ ቤቤከሞፊ ቆንዳልቶተሳ ሁንዱማፍ ጭዸ ጉዳ ቶኮ ቆጴሴ። ሆገንቶትን ወራነ ፋሬሲፊ ሜዶን፣ እልማን ሞቶታፊ ነሞትን ቤቤከሞን ኩታ ብያ አች ቱረን። See the chapter |