Asteer 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Yommus beektota waa'ee dubbii baraa beekanii wajjin mari'achuun amala mootii waan tureef, maal gochuun akka wayyu gorsitoota isaa wajjin in mari'ate. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Sababii waan seeraatii fi murtii qajeelaa irratti hayyootaan mariʼachuun bartee mootichaa taʼeef inni namoota ogeeyyii waan baraa beekan See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ሰበቢ ዋን ሴራቲፊ ሙርቲ ቀጄላረት ሀዮታን መርአቹን በርቴ ሞትቻ ተኤፍ እን ነሞተ ኦጌዪ ዋን በራ ቤከን See the chapter |