Amoos 9:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Kunoo, ani saba lafa irraa isinitti nan abbooma, akka nama midhaan gingilchuus, isin warra Israa'el akka gingilchan nan godha, kan hin barbaadamnes tokko illee gingilchaa keessa hin darbu. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 “Ani ajaja kennee akkuma midhaan gingilchaadhaan gingilfamee iji tokko iyyuu lafa hin buune sana saboota hunda gidduutti mana Israaʼel nan gingilcha. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 “አን አጀጀ ኬኔ አኩመ ምዻን ግንግልቻዻን ግንግልፈሜ እጅ ቶኮዩ ለፈ ህንቡኔ ሰነ ሰቦተ ሁንደ ግዱት መነ እስራኤል ነንግንግልቸ። See the chapter |