Amoos 9:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Kunoo! Waaqayyo gooftaan mootummaa biyya cubbamaa kana ija dheekkamsaatiin in ilaala; Waaqayyo,<<Ani lafa irraa isa nan balleessa; haa ta'u iyyuu malee, sanyii Yaaqoob guutummaatti hin balleessu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 “Dhugumaan iji Waaqayyo Gooftaa mootummaa cubbamaa irra jira. Ani fuula lafaa irraa isa nan balleessa; taʼus ani guutumaan guutuutti mana Yaaqoob hin balleessu” jedha Waaqayyo. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 “ዹጉማን እጅ ዋቀዮ ጎፍታ ሞቱማ ጩበማረ ጅረ። አን ፉለ ለፋራ እሰ ነንበሌሰ፤ ተኡስ አን ጉቱማን ጉቱት መነ ያቆብ ህንበሌሱ” ጄዸ ዋቀዮ። See the chapter |