Amoos 9:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Waaqayyo gooftaan maccaa harka isaatiin laficha in tuqa; lafichi in raafama, warri isa irra jiraatanis in boo'u; guutummaan biyyichaa akkuma laga Abbayyaa ol in ka'a, akka laga Abbayyaa isa Gibxi keessa yaa'uus gad in gala*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Gooftaan, Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu lafa ni tuqa; isheenis ni baqxi; wanni ishee irra jiraatu hundinuu ni booʼa; biyyattiin guutuun akka laga Abbayyaa ol kaati; ergasiis akka laga Gibxi gad galti; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ጎፍታን፣ ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡ ለፈ ንቱቀ፤ እሼንስ ንበቅጥ፤ ወን እሼረ ጅራቱ ሁንድኑ ንቦአ፤ ብየቲን ጉቱን አከ ለገ አበያ ኦል ካት፤ ኤርገሲስ አከ ለገ ግብጥ ገድ ገልት፤ See the chapter |