Amoos 9:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Gubbee tulluu Qarmelos irra yoo dhokatan iyyuu, achi irratti argee isaan nan qaba; ija koo duraa galaana gad fagoo keessa lafa bira ga'anii yoo miliqan iyyuu, achitti iyyuu bofni galaana keessaa akka isaan idduuf nan abbooma. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Yoo isaan fiixee Qarmeloos irra dhokatan iyyuu, ani achii adamsee qabee gad isaan nan fida. Yoo isaan galaana jala na dhokatan iyyuu, ani akka inni achitti isaan idduuf bofa itti nan ajaja. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ዮ እሳን ፊጤ ቀርሜሎስረ ዾከተንዩ፣ አን አቺ አደምሴ ቀቤ ገድ እሳን ነንፍደ። ዮ እሳን ገላነ ጀለ ነ ዾከተንዩ፣ አን አከ እን አችት እሳን እዱፍ ቦፈ እት ነንአጀጀ። See the chapter |