Online Bible

- Advertisements -




Amoos 9:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 Isaan qotanii iddoo lafa jalaa yoo ga'an iyyuu, harki koo qabee achi keessaa ol isaan in baasa; bantii waaqaatti yoo ol ba'an iyyuu, achii gad isaan nan buusa*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 Yoo isaan boolla qilee qotatan iyyuu harki koo achii isaan fuudha. Yoo isaan samiitti ol baʼan iyyuu ani achii gad isaan nan buusa.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 ዮ እሳን ቦለ ቅሌ ቆተተንዩ ሀርክኮ አቺ እሳን ፉዸ። ዮ እሳን ሰሚት ኦል በአንዩ አን አቺ ገድ እሳን ነንቡሰ።

See the chapter Copy




Amoos 9:2

Follow us:

Advertisements


Advertisements