Amoos 9:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Saba koo Israa'elin gara gaariitti nan deebisa; isaan mandaroota diigaman deebisanii ijaaranii keessa jiraatu; iddoo dhaabaa waynii in qopheeffatu, daadhii waynichaas in dhugu, lafa muka ija kennu dhaabatan in qabaatu, ija isaas in nyaatu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Ani saba koo Israaʼelin boojuudhaa nan deebisa. “Isaanis magaalaawwan diigaman deebisanii ijaaranii keessa ni jiraatu. Isaan wayinii dhaabanii, daadhii wayinii isaanii ni dhugu; isaan biqiltuu dhaabbatanii ija isaa ni nyaatu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 አን ሰበኮ እስራኤልን ቦጁዻ ነንዴብሰ። “እሳንስ መጋላወን ዲገመን ዴብሰኒ እጃረኒ ኬሰ ንጅራቱ። እሳን ወይኒ ዻበኒ፣ ዳዺ ወይኒሳኒ ንዹጉ፤ እሳን ብቅልቱ ዻበተኒ እጀሳ ንኛቱ። See the chapter |