Amoos 9:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Isaan biyya Edoom keessaa warra hafan, saba lafa irraa keessaa warra kan koo ta'anii beekaman hundumaas haa qabatan!>> jedhee dubbateera; gooftichis kana in godha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 kunis akka isaan hambaa Edoomii fi saboota maqaa kootiin waamaman hunda dhaalaniif” jedha Waaqayyo, inni waan kana hojjetu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ኩንስ አከ እሳን ሀምባ ኤዶሚፊ ሰቦተ መቃኮቲን ዋመመን ሁንደ ዻለኒፍ” ጄዸ ዋቀዮ፣ እን ዋን ከነ ሆጄቱ። See the chapter |