Amoos 8:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Sababii kanaaf lafti hin raafamuu ree>> Warri isa keessa jiraatan hundinuus hin gaddanii ree>> Guutummaan biyyichaa akkuma laga Abbayyaa ol in ka'a, akka laga isa Gibxi keessa daddarbatamaa yaa'uus gad in gala>> jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 “Sababii kanaaf lafti kirkirtee namoonni ishee keessa jiraatan hundi hin booʼanii? Guutummaan biyya sanaa akkuma laga Abbayyaa ol kaʼa; isheen akkuma laga Gibxi ol dadarbatamtee liqimfamti.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 “ሰበቢ ከናፍ ለፍት ክርክርቴ ነሞትን እሼ ኬሰ ጅራተን ሁንድ ህንቦአኒ? ጉቱማን ብየ ሰና አኩመ ለገ አበያ ኦል ከአ፤ እሼን አኩመ ለገ ግብጥ ኦል ደደርበተምቴ ልቅምፈምት።” See the chapter |