Online Bible

- Advertisements -




Amoos 8:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Silaa ungulaallii midhaanii in gurgura; warra dadhaboo meetiidhaan, warra dhabanis gatii kophee baaqqee cimdii tokko irra jiruun in binna>> in jettu*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 hiyyeeyyii meetiidhaan, rakkataa immoo kophee miilla lamaaniitiin bitattanii girdiis qamadii wajjin gurgurattu.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 ህዬዪ ሜቲዻን፣ ረከታሞ ኮጴ ሚለ ለማኒቲን ብተተኒ ግርዲስ ቀመዲ ወጅን ጉርጉረቱ።

See the chapter Copy




Amoos 8:6

Follow us:

Advertisements


Advertisements