Online Bible

- Advertisements -




Amoos 8:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Isinoo,<<Quunnaa ittiin safarru xinneessinee gatii immoo ol kaasuudhaan miijana sobaatiinis gowwoomsuudhaan midhaan akka gurgurrutti, ayyaanni baatii yoom darba>> Gombisaa midhaanii banuudhaafis Sanbanni yoom darba*>>

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 isin akkana jettu; “Akka nu midhaan gurgurannuuf Baatiin Haaraan yoom goobana? Akka nu qamadii gabaa baafannuuf Sanbanni yoom darba?” Isin warri safartuu xinnootti fayyadamtanii gatii immoo ol kaaftan, madaalii sobaatiin nama gowwoomsitanii saamtu;

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 እስን አከነ ጄቱ፤ “አከ ኑ ምዻን ጉርጉረኑፍ ባቲን ሃራን ዮም ጎበነ? አከ ኑ ቀመዲ ገባ ባፈትኑፍ ሰንበትን ዮም ደርበ?” እስን ወር ሰፈርቱ ጥኖት ፈየደምተኒ ገቲሞ ኦል ካፍተን፣ መዳሊ ሶባቲን ነመ ጎዎምስተኒ ሳምቱ፤

See the chapter Copy




Amoos 8:5

Follow us:

Advertisements


Advertisements