Amoos 8:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Waaqayyo yommus, <<Yaa Amos, maal argita?>> naan jedhe; kana irrattan,<<Guuboo ija mukaa bilchaataa baatu tokko nan arga>> jedhee deebiseef; Waaqayyo immoo,<<Sabni koo Israa'el dhumuu ga'eera, ani deebi'ee irra isaaniif hin darbu. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Innis, “Amoos, ati maal arguutti jirta?” jedhee na gaafate. Ani immoo, “Guuboo ija bilchaateen guutame tokko” jedheen deebiseef. Ergasii Waaqayyo akkana naan jedhe; “Saba koo Israaʼelitti yeroon dhufeera; ani siʼachi isaan hin baraaru.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 እንስ፣ “አሞስ፣ አት ማል አርጉት ጅርተ?” ጄዼ ነ ጋፈቴ። አንሞ፣ “ጉቦ እጀ ብልቻቴን ጉተሜ ቶኮ” ጄዼን ዴብሴፍ። ኤርገሲ ዋቀዮ አከነ ናን ጄዼ፤ “ሰበኮ እስራኤልት ዬሮን ዹፌረ፤ አን ስአች እሳን ህንበራሩ።” See the chapter |