Amoos 8:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Isaan warri Waaqayyo tolfamaa isa warri Samaariyaa ittiin yakkaniin kakatan, Daaniin,<<Dhugaa isa ati waaqessituu ti!>> Bersheebaadhaanis, <<Dhugaa karaa isa kan keetii ti!>> jedhan in kufu, deebi'aniis matumaa hin ka'an!>> jedhee dubbateera*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Warri cubbuu Samaariyaatiin kakatan yookaan ‘Yaa Daan dhugaa waaqa kee jiraataa’ jedhan, yookaan warri ‘Dhugaa waaqa Bersheebaa’ jedhanii kakatan akka lammata hin kaaneef ni kufu.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ወር ጩቡ ሰማርያቲን ከከተን ዮካን ‘ያ ዳን ዹጋ ዋቀኬ ጅራታ’ ጄዸን፣ ዮካን ወር ‘ዹጋ ዋቀ ቤርሼባ’ ጄዸኒ ከከተን አከ ለመተ ህንካኔፍ ንኩፉ።” See the chapter |