Amoos 8:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Cidha keessan gaddatti, faarfannaa keessanis hundumaa boo'ichatti nan geddara; mudhii keessanii gaditti uffata gaddaa isin nan hidhachiisa, mataa keessanis akka haaddattan nan godha; boo'icha kana akka boo'icha isa ilma tokkichaaf boo'anii nan godha; wanti guyyaa sanatti ta'us hamma dhumaatti jibbisiisaa in ta'a>> jedhee dubbateera*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Ani ayyaana amantii keessanii gaddatti, sirba keessan hundas booʼichatti nan geeddara. Ani akka isin hundi wayyaa gaddaa uffattanii mataa keessan haaddattan nan godha. Ani yeroo sana akkuma booʼicha ilma tokkichaa, dhuma isaas akka guyyaa hadhaaʼaa nan godha.” See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 አን አያነ አመንቲኬሰኒ ገደት፣ ስርበኬሰን ሁንደስ ቦእቸት ነንጌደረ። አን አከ እስን ሁንድ ወያ ገዳ ኡፈተኒ መታኬሰን ሃደተን ነንጎዸ። አን ዬሮ ሰነ አኩመ ቦእቸ እልመ ቶክቻ፣ ዹመሳስ አከ ጉያ ሀዻኣ ነንጎዸ።” See the chapter |